Yuunivarsiitiin Wollegaa, Kolleejjiin Teeknooloojii Injinariingii hojii barsiisuu fi qorannoo hojiirra oolaa
n biyya keessaa fi addunyaa irratti dhaabbata guddachaa jirudha. Kolleejjiin Teeknooloojii Injinariingii barattootaaf
hojii ogummaa bal’aa teeknooloojii, kalaqa qorannoo fi laaboraatoorii rakkoolee addunyaa dhugaa furuuf dhiyeessuu keessa darba.
Made With By BONSA AJEMA